Oduu 12/14/ 2021


Tech Support is a Joke – I sat on hold for the chat feature for over an hour. When I finally got a person and explained my problem, he pasted in a link to an article. That I’d read first thing and tried already. Then, each time I’d make a comment, it took him an average of 7 minutes to respond, usually with a “please hold for 3-4 minutes.” He took 7-11 minutes to get back to me each time. This is not the only time this has happened – this is my normal experience with #Ipage technical support. It’s beyond frustrating, and why I’m moving hosting companies. S K, London, UK


sponsara
www.africanlightbookandcoffeeshop.com
1. Olmaa Tigiray
– Waraannii kaaba itti fufe jira
2. Olmaa Oromiyaa
– Waraanni Bilisummaa Oromiyaa injifannoo argadhe jedhe
– OFC marii biyoolessaa hunda hirmaachisaa ta’u qaba jedhe
– Hongeen Boranaa hammachuu danda’a
– Abiy maqaa marii biyoolessan federalism balleesuu barbaada
-Nannoo sumalee gazexeesitoonni hiikaman
– Fannoo saamicha gaggeessa jira
3. Olmaa Adunyaa
– Sudanii fi Suudanii kibba Oromo fi Tigiray gargaaru jechuun himatan
– Manni marii mirga nama MG walgahii hatatamaa waame

Simbirtu Media

10 Comments
  • Lencho Tube
    Posted at 07:00h, 14 December

    Kkk kan wbo kun aja’iba wallagga baha qabanneerra jedhu garuu warri ammaaraa naqamtee geesseetti

  • Dagi Muna
    Posted at 07:05h, 14 December

    Welcome

  • Hindy Boru
    Posted at 07:14h, 14 December

    Eeyyen, Shaarukhaan/Abyoot dhugaa dubbate; filmaanni salphataan, fokkisaan akka Ashaagren gaggeeyse addunyaa-irra hin jiru!

  • Tolera Kasa
    Posted at 07:23h, 14 December

    long life

  • Bahiru Abidissa
    Posted at 07:51h, 14 December

    Jabadhuu Dr Teferi

  • Nasir Ahmed Boki
    Posted at 08:29h, 14 December

    Obbo Tafari isin warrii media irratti dubbatan kun maaliif ykn qaama addunyaa wajjiin wal qunnamu danda,u waan hirree qabdaniif maaliif ethiophiya keessaa sabaa milliyona jahata oltu ukkaamame afaan isaa googlee dhabee afaan qawweettiin ukkaamame jira jetaani qoopheessitaani maaliif ameerkaaf hin dhaleesine?

  • Bayaan Taju
    Posted at 09:39h, 14 December

    Yoyyaa

  • alhordofa jata
    Posted at 10:24h, 14 December

    Oromo is over 50million

  • Mike Last
    Posted at 16:27h, 14 December

    Obo/ tafarii lkosii. Miliyonaa. Afutamaa mitii. Oromonii
    Miliyinaa jahtamaa olii dinii
    Bekaa lkobisaa xiqesanii yalanii

  • Maryam Mohammed
    Posted at 20:55h, 14 December

    👎👎👎👎👎